Paarlaamantiin Nezerland Baqattootaa irratti Seerota Haaraa Cimoo Raggaasiseera: Murtiin Senate Harka Jira!
Mana Maree Bakka Bu’ootaa Niiderlaandi seerota lama haaraa baqattootaa irratti hojiirra oolan raggaasiseera. Seerotni kun Seera Tartiiba Hatattamaa Baqattootaa fi Seera Sirna Haala Lama(Dutch Dual Status Act) jedhama. Seerotni kunneen amma gara Senate dhihaataniiru. Yoo Senate’n isaaniif eeyyame, seerotni kunneen gara fuulduraatti baqattootaa fi namoota hayyama jireenyaa qaban irratti dhiibbaa guddaa qabaatu. Seerotni kunneen mootummaa duraanii(PVV) kan kufeetiin qophaa’ani. Kaayyoon isaanii…